1Yeroo bokkaa isa booddeetti akka inni bokkaa isiniif kennuuf Waaqayyoon kadhadhaa;
2Waaqonni tolfamoon gowwoomsaa dubbatu;
3“Aariin koo tiksootatti bobaʼeera;
4Yihuudaa keessaa dhagaan golee,
5Isaan akkuma namoota jajjaboo
6“Ani mana Yihuudaa nan jajjabeessa;
7Efreemonni akkuma namoota jajjaboo taʼu;
8Ani siiqsee
9Yoo ani saboota gidduutti
10Ani biyya Gibxiitii deebisee isaan nan fida;
11Inni galaana rakkinaa keessa darba;
12Ani Waaqayyoon isaan nan jabeessa;