1Raajiin dubbii Waaqayyoo biyya Hadraakitti ni dhufa;
2akkasumas gara Hamaati ishee daangaa irraa,
3Xiiroos daʼannoo jabaa ijaarratteerti;
4Gooftaan garuu qabeenya ishee irraa fuudhee humna ishee
5Ashqaloon waan kana argitee ni sodaatti;
6Namoonni ormaa Ashdoodin ni qabatu;
7Ani dhiiga afaan isaanii keessa jiru,
8Ani garuu loltuu cabsitee seentu
9Yaa Intala Xiyoon ati guddisii gammadi!
10Ani gaariiwwan lolaa Efreem keessaa,
11Siʼi immoo, sababii dhiiga kakuu ani si wajjin qabuutiif
12Yaa hidhamtoota abdii qabdan, daʼannoo keessanitti deebiʼaa;
13Ani akkan iddaa koo dabsadhutti Yihuudaa dabsee
14Waaqayyo isaan irratti ni mulʼata;
15Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu isaan eega.
16Akkuma tikseen bushaayee isaa oolchu sana,
17Isaan akkam nama hawwatu! Akkamis miidhagu!