1Xiyoon keessatti malakata afuufaa;
2guyyaan dukkanaatii fi dimimmisaa,
3Fuula isaanii duraa ibiddi ni barbadeessa;
4Isaan bifa fardeenii qabu;
5Isaan sagalee akka gaarii waraanaatiin
6Saboonni jara arginii dhiphatu;
7Isaan akkuma namoota jajjaboo fiigu;
8Isaan wal hin dhiiban;
9Isaan magaalaa keessa asii fi achi fiigu;
10Fuula isaanii duratti lafti ni sochooti;
11Waaqayyo fuula loltoota isaa duratti
12“Amma iyyuu garaa guutuudhaan,
13Isin utuu wayyaa keessan hin taʼin
14Maaltu beeka? Tarii inni deebiʼee gaabbee
15Xiyoon keessatti malakata afuufaa;
16Saba walitti qabaa;
17Luboonni fuula Waaqayyoo dura tajaajilan
18Waaqayyo biyya isaatiif ni hinaafa;
19Waaqayyo akkana jedhee deebii kennaaf:
20“Ani loltoota kaabaa isin duraa balleessee
21Yaa biyya Yihuudaa, hin sodaatin;
22Yaa bineensota bosonaa, isinis hin sodaatinaa;
23Yaa uummata Xiyoon gammadi;
24Oobdiin midhaaniin guutama;
25“Ani waan bara hawwaannisni nyaate,
26Isin waan hamma quuftanitti nyaattan baayʼee ni qabaattu;
27Ergasii isin akka ani Israaʼel keessa jiru
28“Anis kana booddee,
29Bara sana keessa, garboota koo
30Ani ol samii irratti dinqii,
31Utuu guyyaan Waaqayyoo inni guddichii fi
32Namni maqaa Waaqayyoo waammatu