We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Yooʼeel 3

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Yooʼeel 2 Yooʼeel

1“Bara sana keessa, yeroo sanatti,

2saboota hunda walitti qabeen

3Isaan uummata kootti ixaa buufatanii

4“Yaa Xiiroosii fi Siidoonaa, isin kutaaleen Filisxeem hundinuu, amma maal narraa qabdu? Isin waan ani godheef haaloo na baafachaa jirtuu? Yoo isin haaloo na baafachaa jirtu taʼe ani dafee ariitiidhaan waan isin hojjettan sana matuma keessanittin deebisa.

5Isin meetii fi warqee koo guurrattanii qabeenya koo filatamaas mana waaqeffannaa keessanitti geeffattaniirtuutii.

6Isin biyya isaanii irraa isaan fageessitanii uummata Yihuudaatii fi Yerusaalem Giriikotatti gurgurattan.

7“Kunoo, ani biyya isin itti isaan gurgurattan keessaa isaan baasee waan isin hojjettan sana matuma keessanitti nan deebisa.

8Ani ilmaanii fi intallan keessan saba Yihuudaatti nan gurgura; isaan immoo saba fagoo jiru kan Saabaa jedhamutti dabarsanii isaan gurguratu.” Waaqayyo dubbateeraatii.

9Waan kana saboota gidduutti labsaa:

10Maarashaa keessan tumaatii goraadee godhadhaa;

11Isin saboonni qixa hundaan dafaa kottaattii

12“Saboonni haa kaʼan;

13Midhaan gaʼeeraatii

14Waldaan guddaan, waldaan nama baayʼee

15Biiftuu fi addeessi ni dukkanaaʼu;

16Waaqayyo Xiyoon irraa ni iyya;

17“Ergasii isin akka ani Waaqayyo Waaqni keessan Xiyoon keessa,

18“Gaafas tulluuwwan daadhii wayinii haaraa ni coccobsu;

19Gibxi garuu ni onti;

20Yihuudaan bara baraan,

21Ani dhiiga isaanii kan yakka hin qabne sana

← Yooʼeel 2 Yooʼeel