We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Yooʼeel 1

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

Yooʼeel Yooʼeel 2 →

1Dubbii Waaqayyoo kan gara Yooʼeel ilma Phetuuʼeel dhufe.

2Yaa maanguddoota, waan kana dhagaʼaa;

3Isin waan kana ijoollee keessanitti himaa;

4Waan tuunni hawwaannisaa dhiise,

5Yaa machooftota, kaʼaatii booʼaa!

6Sabni jabaan akka malee baayʼeen tokko

7Inni muka wayinii koo onsee

8Isin akkuma durba wayyaa gaddaa uffattee

9Kennaan midhaaniitii fi dhibaayyuun

10Lafti qotiisaa oneera;

11Yaa qonnaan bultoota, isin raafamaa;

12Wayiniin gogeera;

13Yaa luboota, wayyaa gaddaa uffadhaatii booʼaa;

14Sooma qulqulluu labsaa;

15Badne kaa! Guyyaan sun dhiʼaateera.

16Ijuma keenya duratti

17Sanyiin lafa keessatti

18Loon akkam marʼatu!

19Yaa Waaqayyo ani sin waammadha;

20Bineensonni bosonaa sitti gaggabu;

Yooʼeel Yooʼeel 2 →