We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 99

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 98 Faarfannaa Faarfannaa 100 →

1Waaqayyo moʼeera;

2Waaqayyo Xiyoon keessatti guddaa dha;

3Isaan maqaa kee guddichaa fi sodaachisaa sana haa jajan;

4Mootichi humna qabeessa; inni murtii qajeelaa jaallata;

5Waaqayyo Waaqa keenya leellisaa;

6Musee fi Aroon luboota isaa keessa turan;

7Inni utubaa duumessaa keessaa isaanitti dubbate;

8Yaa Waaqayyo Waaqa keenya,

9Waaqa keenya Waaqayyoon leellisaa;

← Faarfannaa 98 Faarfannaa Faarfannaa 100 →