We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 100

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 99 Faarfannaa Faarfannaa 101 →

1Lafti hundinuu Waaqayyoof ililchaa.

2Gammachuudhaan Waaqayyoon waaqeffadhaa;

3Akka Waaqayyo Waaqa taʼe beekaa;

4Galateeffachuudhaan karrawwan isaa,

5Waaqayyo gaariidhaatii; araarri isaa kan bara baraa ti;

← Faarfannaa 99 Faarfannaa Faarfannaa 101 →