1Ani jaalala keetii fi murtii kee qajeelaa sanaaf nan faarfadha;
2Ani jireenya hirʼina hin qabne jiraachuuf of nan eeggadha;
3Ani ija koo dura,
4Namoonni yaada micciiramaa qaban narraa haa fagaatan;
5Nama dhoksaan ollaa isaa hamatu kam iyyuu,
6Akka isaan na wajjin jiraataniif,
7Namni nama gowwoomsu tokko iyyuu
8Ani jalʼoota biyyattii hunda,