1Waaqayyoof faarfannaa haaraa faarfadhaa;
2Waaqayyo akka fayyisuun isaa beekamu godheera;
3Inni jaalala isaatii fi amanamummaa isaa
4Lafti hundinuu Waaqayyoof ililchaa;
5baganaadhaan faarfannaa galataa,
6malakataa fi sagalee gaanfaatiin,
7Galaannii fi wanni isa keessa jiru hundinuu,
8Lageen harka isaanii haa rurrukutan;
9isaan fuula Waaqayyoo duratti haa faarfatan;