We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 97

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 96 Faarfannaa Faarfannaa 98 →

1Waaqayyo moʼeera; lafti haa gammaddu;

2Duumessaa fi dukkanni limixiin isa marsaniiru;

3Ibiddi fuula isaa dura deemee

4Balaqqeen isaa addunyaa ibsa;

5Tulluuwwan fuula Waaqayyoo duratti,

6Samiiwwan qajeelummaa isaa labsu;

7Warri fakkii waaqeffatan,

8Yaa Waaqayyo, sababii murtii keetiitiif,

9Yaa Waaqayyo, ati lafa hundumaa irratti Waaqa Waan Hundaa Olii ti;

10Sababii inni lubbuu amanamoota isaa eegee,

11Qajeeltota irratti ifni ni ifa;

12Isin qajeeltonni Waaqayyotti gammadaa;

← Faarfannaa 96 Faarfannaa Faarfannaa 98 →