1Namni daʼoo Waaqa Waan Hundaa Olii keessa jiraatu,
2Anis Waaqayyoon, “Inni iddoo ani itti kooluu galuu fi daʼannoo koo ti;
3Inni dhugumaan kiyyoo adamsaa jalaa,
4Inni baallee isaatiin si dhoksa;
5Atis naasuu halkanii,
6golfaa dukkana keessa deemu,
7Kumni tokko si cinatti,
8Ati ijuma kee qofaan ilaalta;
9Ati waan Waaqayyoon iddoo kooluu itti galtu,
10wanni hamaan si hin tuqu;
11Inni akka isaan karaa kee hunda irratti si eeganiif,
12isaanis akka miilla keetiin dhagaatti hin buuneef
13Ati leencaa fi buutii irra ejjetta;
14Waaqayyos akkana jedha;
15Inni na waammata; anis nan deebisaaf;
16Ani umurii dheeraa isa nan quufsa;