1Yaa Gooftaa, ati dhaloota hunda keessatti
2Utuu tulluuwwan hin dhalatin
3Atis, “Yaa ilmaan namootaa, biyyootti deebiʼaa”
4Fuula kee duratti waggaan kumni tokko,
5Ati hirriba duʼaatiin namoota haxooftee balleessita;
6margi sun ganama ganama bayyanatu illee
7Aariin kee nu fixeera;
8Yakka keenya fuula kee dura,
9Barri keenya hundinuu dheekkamsa keetiin dhumeeraatii;
10Dheerinni bara keenyaa waggaa torbaatama,
11Humna aarii keetii eenyutu beeka?
12Akka nu garaa ogummaadhaan guutame qabaannuuf,
13Yaa Waaqayyo, deebiʼi! Kun hamma yoomiitti taʼa?
14Akka nu bara keenya guutuu gammannee ililchinuuf,
15Hamma baayʼina guyyoota ati nu miite sanaa,
16Hojiin kee tajaajiltoota keetti,
17Eebbi Waaqa keenya Gooftichaa nurra haa buʼu;