We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 92

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 91 Faarfannaa Faarfannaa 93 →

1Waaqayyoon, galateeffachuun, yaa Waaqa Waan Hundaa Olii,

2Jaalala kee ganamaan,

3kiraara ribuu kudhaniitiin,

4Yaa Waaqayyo, ati hojii keetiin na gammachiiftaatii;

5Yaa Waaqayyo, hojiin kee akkam guddaa dha;

6Namni qalbii hin qabne waan kana beekuu hin dandaʼu;

7hamoonni yoo akkuma margaa biqilan iyyuu,

8Yaa Waaqayyo, ati garuu bara baraan ol ol jetta.

9Yaa Waaqayyo, kunoo diinota kee,

10Ati gaanfa koo akka gaanfa gafarsaa ol ol qabde;

11Iji koo moʼatamuu diinota koo argeera;

12Qajeeltonni akkuma muka meexxii ni dagaagu;

13isaan mana Waaqayyoo keessa dhaabamanii jiru;

14Isaan amma iyyuu bara dullumaa keessa ija naqatu;

15Isaanis, “Waaqayyo tolaa dha; inni Kattaa koo ti;

← Faarfannaa 91 Faarfannaa Faarfannaa 93 →