1Yaa Waaqayyo, ani garaa koo guutuudhaan sin galateeffadha;
2Ani sittin gammada; nan ililchas;
3Diinonni koo dugda duubatti ni deebiʼu;
4Mirga koo fi dhimma koo qabatteerta;
5Saboota ifattee hamootas balleessiteerta;
6Diinonni badiisa bara baraatiin balleeffamu;
7Waaqayyo garuu bara baraan ni moʼa;
8Inni qajeelummaadhaan addunyaadhaaf murtii ni kenna;
9Waaqayyo warra cunqurfamaniif irkoo dha;
10Warri maqaa kee beekan si amanatu;
11Waaqayyo isa Xiyoon irra jiraatu faarfannaadhaan jajadhaa;
12Inni haaloo dhiigaa baasu sunis isaan yaadataatii;
13Yaa Waaqayyo, hammam akka diinonni koo na ariʼatan ilaali!
14kunis ani karra Intala Xiyoon irratti
15Saboonni boolla qotan keessa buʼan;
16Waaqayyo murtii qajeelaa kennuudhaan beekama;
17Namoonni hamoon,
18Rakkattoonni garuu yoom iyyuu hin irraanfataman;
19Yaa Waaqayyo kaʼi; jabinni namaa hin mulʼatin;
20Yaa Waaqayyo, sodaa isaanitti buusi;