We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 8

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 7 Faarfannaa Faarfannaa 9 →

1Yaa Waaqayyo Gooftaa keenya,

2Sababii diinota keetiitiif, amajaajii fi nama haaloo baafatu

3Yommuu ani hojii quba keetii,

4akka ati isaaf yaadduuf namni maali?

5Ati xinnoo ishee ofii keetii gad isa goote;

6Hojii harka keetii irratti bulchaa isa goote;

7bushaayee fi loon hunda,

8simbirroota samii irraa, qurxummii galaanaa,

9Yaa Waaqayyo Gooftaa keenya,

← Faarfannaa 7 Faarfannaa Faarfannaa 9 →