We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 10

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 9 Faarfannaa Faarfannaa 11 →

1Yaa Waaqayyo, ati maaliif achi fagaattee dhaabatta?

2Namni hamaan of tuulummaa isaatiin hiyyeessa adamsa;

3Namni hamaan hawwii isaatiin of jaja; ofittoo ni eebbisa;

4Namni hamaan sababii of tuuluuf Waaqa hin barbaadu;

5Karaan isaa yeroo hunda ni milkaaʼaaf; inni of tuula;

6Innis, “Wanni na sochoosu hin jiru;

7Afaan isaa abaarsaan, sobaa fi doorsisaan guutameera;

8Inni gandoota keessatti riphee eeggata;

9Akka leenca daggala isaa keessaatti riphee eeggata.

10Hiyyeessi sunis ni caccaba; gad of qabas;

11Innis, “Waaqa irraanfateera;

12Yaa Waaqayyo kaʼi! Yaa Waaqi harka kee ol kaafadhu.

13Namni hamaan maaliif Waaqa arrabsa?

14Yaa Waaqi, ati garuu rakkinaa fi gadda warra miidhamanii ni argita;

15Irree nama hamaatii fi jalʼaa cabsi;

16Waaqayyo bara baraa hamma bara baraatti Mootii dha;

17Yaa Waaqayyo, ati hawwii rakkattootaa ni dhageessa;

18kunis akka namni biyyoo irraa uumame siʼachi isaan hin cunqursineef

← Faarfannaa 9 Faarfannaa Faarfannaa 11 →