We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 59

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 58 Faarfannaa Faarfannaa 60 →

1Yaa Waaqi, diinota koo jalaa na baasi;

2Warra hammina hojjetan jalaa na baasi;

3Ilaa, isaan riphanii na eeggachaa jiruu!

4Ani balleessaa tokko illee hin hojjennee;

5Yaa Waaqayyo, Waaqa Waan Hunda Dandaʼu,

6Isaanis galgala galgala deebiʼanii,

7Waan isaan afaan isaaniitii baasan ilaali;

8Yaa Waaqayyo, ati garuu isaanitti kolfita;

9Yaa Jabina ko, ani sin eeggadha;

10Waaqa na jaallatuu dha.

11Yaa Gooftaa, yaa gaachana keenya,

12Sababii cubbuu afaan isaaniitiif,

13dheekkamsaan isaan balleessi;

14Isaanis galgala galgala deebiʼanii,

15Isaan waan nyaatan barbaacha asii fi achi jooru;

16Ani garuu waaʼee jabina keetii nan faarfadha;

17Yaa Jabina ko, ani faarfannaa galataa siifin faarfadha;

← Faarfannaa 58 Faarfannaa Faarfannaa 60 →