We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 58

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 57 Faarfannaa Faarfannaa 59 →

1Yaa bulchitoota, isin dhugumaan waan qajeelaa dubbattanii?

2Akkas miti; isin garaa keessan keessatti hammina yaaddu;

3Namoonni hamoon dhalootumaa kaasanii karaa irraa jalʼatu;

4Hadhaan isaanii akkuma hadhaa bofaa ti;

5sagalee nama isa raatessuu yookaan nama waan ittiin isa raatessu

6Yaa Waaqi ati ilkaan isaanii afaan isaanii keessatti caccabsi;

7Isaan akkuma bishaan dhangalaʼee baduutti haa badan;

8Akkuma ciilalluu yommuu deemu baquutti,

9Utuu okkoteen keessan ibidda qoraattiitiin hin hoʼin,

10Namni qajeelaan yommuu haaloo baʼuu kana argutti ni gammada;

11Yommus namoonni akkana ni jedhu;

← Faarfannaa 57 Faarfannaa Faarfannaa 59 →