We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 60

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 59 Faarfannaa Faarfannaa 61 →

1Yaa Waaqi, ati nu gatteerta; nu caccabsiteertas;

2Ati lafa sochoofteerta; tarsaaftees afaan bansiifteerta;

3Ati akka sabni kee waan hamaadhaan dhiphatu gooteerta;

4Akka isaan iddaa jalaa gara isaatti baqataniif,

5Akka warri ati jaallattu furamaniif,

6Waaqni iddoo qulqullummaa isaatii akkana jedhee dubbateera;

7Giliʼaad kan koo ti; Minaaseenis kan koo ti.

8Moʼaab caabii dhiqannaa koo ti;

9Eenyutu magaalaa jabeeffamtee ijaaramtetti na fida?

10Yaa Waaqi, kan nu gatte suma mitii?

11Diina keenya of irraa dhowwuu nu gargaar;

12Nu Waaqa wajjin ni moʼanna;

← Faarfannaa 59 Faarfannaa Faarfannaa 61 →