We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 55

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 54 Faarfannaa Faarfannaa 56 →

1Yaa Waaqi, kadhannaa koo dhagaʼi;

2Na dhagaʼiitii deebii naa kenni;

3Sagalee diinaatiin,

4Lapheen koo na keessatti dhiphatte;

5Sodaa fi hollannaan natti dhufeera;

6Anis akkana nan jedhe; “Utuu ani akkuma gugee qoochoo qabaadhee!

7Silaa fagootti baqadhee

8silaa bubbee hamaa fi qilleensa jabaa irraa fagaadhee

9Yaa Gooftaa, namoota hamoo burjaajessi;

10Isaan halkanii guyyaa ol baʼanii dallaa ishee irra naannaʼu;

11Ishee keessa badiisatu jira;

12Utuu diinni na arrabsee,

13Garuu siʼi namuma akka kootii,

14Tokkummaadhaan mana Waaqaa walii wajjin deemne;

15Duuti tasa isaanitti haa dhufu;

16Ani garuu Waaqa nan waammadha;

17Ani galgala, ganamaa fi waareetti dhiphinaan nan iyya;

18Yoo namni baayʼeen anaan morme illee,

19Waaqni inni durumaa jalqabee teessoo irra jiru sun,

20Hiriyaan koo michoota isaatti harka isaa ol fudhate;

21Dubbiin isaa akkuma dhadhaa ti; nama hin quuqu;

22Yaaddoo kee Waaqayyotti kennadhu;

23Yaa Waaqayyo, ati garuu

← Faarfannaa 54 Faarfannaa Faarfannaa 56 →