We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 56

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 55 Faarfannaa Faarfannaa 57 →

1Yaa Waaqi na maari;

2Diinonni koo guyyaa guutuu na gaadu;

3Ani yommuun sodaadhutti sin amanadha.

4Waaqa ani dubbii isaa jajadhu,

5Isaan guyyaa guutuu dubbii koo micciiru;

6Isaan ni mariʼatu; ni riphus;

7Sababii hammina isaaniitiif akka isaan miliqan hin godhin;

8Gadadamu koo galmeessi;

9Yommuu ani gargaarsaaf si waammadhutti,

10Waaqa ani dubbii isaa jajadhu,

11Waaqa nan amanadha; ani homaa hin sodaadhu.

12Yaa Waaqi wareegni kee narra jira;

13Akka ani fuula Waaqaa dura,

← Faarfannaa 55 Faarfannaa Faarfannaa 57 →