1Yaa Waaqi, maqaa keetiin na fayyisi;
2Yaa Waaqi, kadhannaa koo naa dhagaʼi,
3Keessumoonni natti kaʼaniiruutii;
4Kunoo, Waaqni gargaaraa koo ti;
5Hamminni warra maqaa na balleessanii isaanumatti haa deebiʼu;
6Ani fedhii kootiin aarsaa siif dhiʼeessa;
7Inni dhiphina koo hundumaa keessaa na baaseeraatii;