1Namni hiyyeessaaf yaadu eebbifamaa dha;
2Waaqayyo isa ni eega; bara jireenya isaas ni dheeressa;
3Waaqayyo siree inni dhukkubsatee irra ciisu irratti isa kunuunsa;
4Anis, “Yaa Waaqayyo na maari;
5Diinonni koo hamminaan, “Inni yoom duʼee maqaan isaa
6Namni tokko yeroo na gaafachuu dhufutti,
7Warri na jibban hundinuu waaʼee koo walitti hasaasu;
8Isaanis, “Dhukkubni hamaan isa qabateera;
9Michuun koo inni natti dhiʼaatu,
10Ati garuu yaa Waaqayyo na baasi;
11Akka ati natti gammaddu ani beeka;
12Ati sababii amanamummaa kootiitiif utubdee na qabda;
13Waaqayyo Waaqni Israaʼel,