1Akkuma gadamsi bishaan yaaʼutti gaggabu sana,
2Lubbuun koo Waaqayyoon Waaqa jiraataa dheebotti.
3Imimmaan koo halkanii guyyaa soora naa taʼeera;
4Ani yommuun waan kana yaadadhutti,
5Yaa lubbuu ko, ati maaliif gaddita?
6Lubbuun koo na keessatti gadditeerti;
7Huursaa fincaaʼaa keetiitiin,
8Waaqayyo guyyaadhaan jaalala isaa kan hin geeddaramne ni ajaja;
9Anis Waaqa Kattaa kootiin akkana nan jedha;
10Amajaajonni koo guyyaa guutuu,
11Yaa lubbuu ko, ati maaliif gaddita?