We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 40

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 39 Faarfannaa Faarfannaa 41 →

1Ani obsaan Waaqayyoon nan eeggadhe;

2Inni boolla sodaachisaa keessaa,

3Innis faarfannaa haaraa,

4Namni Waaqayyoon abdatu,

5Yaa Waaqayyo Waaqa ko,

6Ati aarsaa fi kennaa hin feene;

7Yeroo sana ani akkana nan jedhe; “Ani kunoo ti; ani dhufeera;

8Yaa Waaqa ko, ani fedhii kee raawwachuutti nan gammada;

9Ani yaaʼii guddaa keessatti qajeelummaa nan labsa;

10Ani qajeelummaa kee garaa koo keessa hin dhoksu;

11Yaa Waaqayyo araara kee na hin dhowwatin;

12Rakkinni hamma hin qabne na marseeraatii;

13Yaa Waaqayyo, na fayyisuutti gammadi;

14Warri lubbuu koo galaafachuu barbaadan hundinuu,

15Warri, “Baga! Baga!” anaan jedhan,

16Warri si barbaadan hundinuu garuu

17Ani garuu hiyyeessaa fi rakkataa dha;

← Faarfannaa 39 Faarfannaa Faarfannaa 41 →