1Isin jajjabeeyyiin, Waaqayyoof fidaa;
2Ulfina maqaa isaatiif malu Waaqayyoof kennaa;
3Sagaleen Waaqayyoo bishaanota irra jira;
4Sagaleen Waaqayyoo humna qaba;
5Sagaleen Waaqayyoo birbirsa ni cabsa;
6Inni Libaanoonin akka jabbiitti,
7Sagaleen Waaqayyoo
8Sagaleen Waaqayyoo gammoojjii sochoosa;
9Sagaleen Waaqayyoo qilxuu micciira;
10Waaqayyo lolaa badiisaatiin olitti teessoo isaa irra taaʼa;
11Waaqayyo saba isaatiif jabina kenna;