We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 28

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 27 Faarfannaa Faarfannaa 29 →

1Yaa Waaqayyo, Kattaa ko, ani sin waammadha;

2Yommuu ani gargaarsaaf si waammadhee harka koo illee

3Namoota hamoo warra jalʼina hojjetan wajjin,

4Akka hojii isaaniitti,

5Sababii isaan hojii Waaqayyoo,

6Waaqayyo haa eebbifamu!

7Waaqayyo jabina koo fi gaachana koo ti;

8Waaqayyo jabina saba isaa ti;

9Saba kee fayyisi; dhaala kees eebbisi;

← Faarfannaa 27 Faarfannaa Faarfannaa 29 →