1Waaqayyo ibsaa kootii fi fayyina koo ti;
2Namoonni hamoon yommuu
3Yoo duulli na marse illee,
4Ani waan tokko Waaqayyoon nan kadhadha;
5Inni guyyaa rakkinaa
6Yommus diinota na marsanii olitti
7Yaa Waaqayyo, yommuu ani si waammadhu, sagalee koo dhagaʼi;
8Yommuu ati, “Fuula koo barbaadaa!” jettetti,
9Fuula kee na duraa hin dhoksin;
10Yoo abbaan kootii fi haati koo na dhiisan illee,
11Yaa Waaqayyo, karaa kee na barsiisi;
12Fedhii diinota kootiitti dabarsitee na hin kennin;
13Anis biyya jiraattotaa keessatti
14Waaqayyoon eeggadhu;