We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 30

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 29 Faarfannaa Faarfannaa 31 →

1Yaa Waaqayyo, sababii ati ol na fuutee

2Yaa Waaqayyo Waaqa ko,

3Yaa Waaqayyo, ati lubbuu koo siiʼoolii baafte;

4Isin qulqulloonni isaa, faarfannaadhaan Waaqayyoon jajadhaa;

5Dheekkamsi isaa hamma liphsuu ijaa ti;

6Anis yommuun nagaa argadhetti,

7Yaa Waaqayyo, ati jaalala keetiin

8Yaa Waaqayyo, ani sin waammadha;

9“Duʼuu koo keessaa, boolla buʼuu koo keessaas

10Yaa Waaqayyo na dhagaʼi; na maaris;

11Ati booʼicha koo shuubbisuutti geeddarte;

12kunis akka lubbuun koo faarfannaadhaan si jajattuu fi akka isheen hin calʼisneefii dha.

← Faarfannaa 29 Faarfannaa Faarfannaa 31 →