1Haalleluuyaa.
2Ani bara jireenya koo guutuu Waaqayyoon nan galateeffadha;
3Abdii keessan bulchitoota irra,
4Isaan yeruma lubbuun isaan keessaa baatu gara lafaatti deebiʼu;
5Namni gargaarsi isaa Waaqa Yaaqoob taʼe, kan abdiin isaas
6Waaqayyo Uumaa samii fi lafaa,
7Inni warra cunqurfamaniif ni mura;
8Waaqayyo jaamotaaf agartuu ni kenna;
9Waaqayyo alagaadhaaf eegumsa ni godha;
10Waaqayyo bara baraan ni moʼa;