We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 147

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 146 Faarfannaa Faarfannaa 148 →

1Haalleluuyaa.

2Waaqayyo Yerusaalemin ni ijaara;

3Warra garaan cabe ni fayyisa;

4Inni baayʼina urjiiwwanii ni beeka;

5Gooftaan keenya guddaa dha; humni isaas jabaa dha;

6Waaqayyo warra gad qabaman ni jiraachisa;

7Galata galchaa Waaqayyoon faarfadhaa;

8Inni samiiwwani duumessaan haguuga;

9Horiidhaaf waan isaan dheedan,

10Inni jabina fardaatti hin gammadu;

11Waaqayyo warra isa sodaatanitti,

12Yaa Yerusaalem, Waaqayyoon galateeffadhu;

13Inni danqaraa karra keetii ni jabeessaatii;

14Daarii keetiif nagaa kenna;

15Inni ajaja isaa gara lafaatti ni erga;

16Inni cabbii akkuma suufiitti diriirsa;

17Dhagaa cabbii akkuma cirrachaa gad darbata.

18Inni dubbii isaa ergee isaan baqsa;

19Inni dubbii isaa Yaaqoobitti,

20Waan kana saba biraa tokkoof iyyuu hin goone;

← Faarfannaa 146 Faarfannaa Faarfannaa 148 →