We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 112

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 111 Faarfannaa Faarfannaa 113 →

1Haalleluuyaa.

2Sanyiin isaa lafa irratti jabaa taʼa;

3Qabeenyii fi badhaadhummaan mana isaa keessa jira;

4Nama tolaa fi arjaadhaaf,

5Nama arjaa fi nama waa namaa liqeessuuf,

6Dhugumaan inni gonkumaa hin raafamu;

7Inni oduu hamaa hin sodaatu;

8Garaan isaa hin raafamu; hin sodaatus;

9Inni ni bittinneesse; hiyyeeyyiifis ni kenne;

10Namni hamaan waan kana argee aara;

← Faarfannaa 111 Faarfannaa Faarfannaa 113 →