1Haalleluuyaa.
2Ammaa hamma bara baraatti
3Baʼa biiftuutii hamma lixa biiftuutti,
4Waaqayyo saba hundaa ol jira;
5Kan akka Waaqayyo Waaqa keenya
6Kan gad jedhee
7Inni hiyyeessa awwaara keessaa ni kaasa;
8inni bulchitoota gidduu,
9Inni akkuma haadha ijoollee kan gammachuudhaan jiraattuutti,