We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 111

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 110 Faarfannaa Faarfannaa 112 →

1Haalleluuyaa.

2Hojiin Waaqayyoo guddaa dha;

3Hojiin isaa surra qabeessaa fi kabajamaa dha;

4Inni akka dinqiin isaa yaadatamu godheera;

5Inni warra isa sodaataniif nyaata kenna;

6Lafa saboota kaanii isaaniif

7Hojiin harka isaa amanamaa fi qajeelaa dha;

8Isaanis bara baraa hamma bara baraatti jabaatanii dhaabatu;

9Inni saba isaatiif furii ergeera;

10Waaqayyoon sodaachuun jalqaba ogummaa ti;

← Faarfannaa 110 Faarfannaa Faarfannaa 112 →