We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Fakkeenya 4

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Fakkeenya 3 Fakkeenya Fakkeenya 5 →

1Yaa ilmaan ko, mee gorsa abbaan namaaf kennu dhagaʼaa;

2Ani barumsa gaarii isinii nan kenna;

3Yeroo ani mucaa xinnaa taʼee mana abbaa koo turetti,

4inni akkana jedhee na barsiise;

5Ogummaa argadhu; hubannaas argadhu;

6Ogummaa hin dhiisin; isheen si eegdii;

7Ogummaan waan hunda caalti; kanaafuu ogummaa argadhu.

8Ogummaa kabaji; inni ol si guddisaatii;

9Isheen kallacha bareedaa mataa kee irra siif keessi;

10Yaa ilma ko dhagaʼi; waan ani jedhu illee fudhadhu;

11Ani karaa ogummaa irra sin qajeelcha;

12Yeroo ati deemtu, tarkaanfiin kee hin ittifamu;

13Qajeelfama jabeessii qabadhu; gad hin dhiisin;

14Daandii hamootaa irra miilla kee hin dhaabin

15Irraa fagaadhu; irras hin deemin;

16Isaan waan hamaa hojjetan malee rafuu hin dandaʼaniitii;

17Isaan buddeena hamminaa nyaatu;

18Karaan qajeeltotaa akkuma ifa barii barraaqaa

19Karaan hamootaa garuu akkuma dukkana guddaa ti;

20Yaa ilma ko, waan ani jedhu qalbeeffadhu;

21Akka inni fuula kee duraa dhabamu hin godhin;

22inni warra isa argatuuf jireenya,

23Waan hunda caalaa qalbii kee eeggadhu;

24Dubbii jalʼinaa afaan kee keessaa balleessi;

25Iji kee kallattiidhaan qajeelchee haa ilaalu;

26Miilla keetiif daandii wal qixxeeffadhu;

27Gara mirgaatti yookaan gara bitaatti hin gorin;

← Fakkeenya 3 Fakkeenya Fakkeenya 5 →