We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Fakkeenya 3

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Fakkeenya 2 Fakkeenya Fakkeenya 4 →

1Yaa ilma ko, barumsa ani siif kennu hin dagatin;

2isaan bara baayʼee fi umurii dheeraa,

3Jaalallii fi amanamummaan yoom iyyuu sirraa hin fagaatin;

4Ati karaa kanaan fuula Waaqaatii fi

5Garaa kee guutuun Waaqayyoon amanadhu;

6karaa kee hunda keessatti isa dursi;

7Ani ogeessa ofiin hin jedhin;

8Wanni kun dhagna keetiif fayyaa kenna;

9Qabeenya keetiin,

10yoos gombisaan kee hamma irraan dhangalaʼutti guutama;

11Yaa ilma ko, adabbii Waaqayyoo hin tuffatin;

12Waaqayyo akkuma abbaa ilma ofii isaa jaallatu tokkootti

13Namni ogummaa argatu

14ogummaan meetii caalaa faayidaa qabaatii;

15Gatiin ishee gatii lula diimaa caala;

16Jireenyi dheeraan harka ishee mirgaa keessa jira;

17Karaan ishee karaa nama gammachiisuu dha;

18Isheen warra jabeessanii ishee qabataniif muka jireenyaa ti;

19Waaqayyo ogummaadhaan hundee lafaa buuse;

20beekumsa isaatiin tuujubawwan gargar qoodaman;

21Yaa ilma ko ogummaa fi hubannaa dhugaa eeggadhu;

22isaan jireenya siif taʼu;

23Yoos ati karaa kee nagumaan deemta;

24ati yoo raftu hin sodaattu;

25Balaa akkuma tasaa sitti dhufu

26Waaqayyo irkoo siif taʼaatii;

27Ati yeroo waan tokko gochuudhaaf aangoo qabdutti,

28Utuu amma waa qabduu,

29Ollaa kee kan si amanee si cina jiraatu miidhuuf jettee

30Nama tokko utuu inni homaa si hin godhin

31Nama dabaatti hin hinaafin;

32Waaqayyo nama jalʼaa ni jibbaatii;

33Abaarsi Waaqayyoo mana nama hamaa irra buʼa;

34Inni qoostota of tuultotatti ni qoosa;

35Ogeeyyiin ulfina dhaalu;

← Fakkeenya 2 Fakkeenya Fakkeenya 4 →