We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Fakkeenya 5

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Fakkeenya 4 Fakkeenya Fakkeenya 6 →

1Yaa ilma ko, ogummaa koo qalbeeffadhu;

2kunis akka ati hubannaa turfattee

3Hidhiin ejjituu damma coccobsa;

4dhuma irratti garuu isheen akkuma hadhooftuu hadhoofti;

5Miilli ishee gara duʼaatti gad buʼa;

6Isheen waaʼee karaa jireenyaa dhimma hin qabdu;

7Egaa yaa ilmaan ko, mee na dhagaʼaa;

8Karaa keessan ishee irraa fageeffadhaa;

9kunis akka ati ulfina kee nama biraatiif,

10akkasumas qabeenya kee ormatu nyaata;

11Dhuma jireenya keetiitti,

12Atis akkana jetta; “Ani akkamittin adabamuu jibbee!

13Ani barsiistota kootiif hin ajajamne

14Ani waldaa guutuu gidduutti

15Eela kee keessaa bishaan,

16Burqaan kee guutee daandii irra, bishaan kee kan yaaʼus

17Isaan kan kee haa taʼan;

18Burqaan kee haa eebbifamu;

19Isheen miidhagduu akka borofaa, bareedduu akka gadamsaa ti;

20Yaa ilma ko, ati maaliif ejjituudhaan boojiʼamta?

21Karaan namaa guutumaan guutuutti fuula Waaqayyoo dura jiraatii;

22Balleessaan nama hamaa isuma qabaata;

23Inni sababii adabamuu dhabeef duʼa;

← Fakkeenya 4 Fakkeenya Fakkeenya 6 →