1Hamootatti hin hinaafin;
2garaan isaanii hammina malataatii;
3Manni ogummaadhaan ijaarama;
4kutaawwan isaas, beekumsaan, qabeenya gatii guddaatii fi
5Ogeessi humna guddaa qaba;
6waraana banuuf qajeelfama,
7Gowwaa irraa ogummaan akka malee ol fagoo dha;
8Namni hammina malu,
9Malli gowwummaa cubbuu dha;
10Ati yoo gaafa rakkinaa laafte,
11Warra gara duʼaatti geeffamaa jiran duʼa jalaa baasi;
12Yoo ati, “Nu waan kana homaa hin beekne” jette,
13Yaa ilma ko, dammi waan gaarii taʼeef nyaadhu;
14Akka ogummaan lubbuu keetti miʼaawu illee beeki;
15Akka nama seeraan hin bulleetti mana nama qajeelaa riphxee hin eeggatin;
16Namni qajeelaan yeroo torba kufu iyyuu, deebiʼee ni kaʼaatii;
17Yeroo diinni kee kufutti hin ililchin;
18yoo kanaa achii Waaqayyo waan kanatti ni gaddaatii;
19Ati sababii jalʼootaatiif aariidhaan hin gubatin;
20Namni jalʼaan fuul duratti abdii hin qabuutii;
21Yaa ilma ko, Waaqayyoo fi mootii sodaadhu;
22badiisni akkuma tasaa isaanitti dhufaatii;
23Kunneenis jechoota ogeessaa ti:
24Kan nama yakka qabuun, “Ati balleessaa hin qabdu”
25Warri nama yakka hojjetu ifatan garuu ni gammadu;
26Deebiin qajeelaan,
27Hojii kee kan diidaa raawwadhuutii
28Sababii tokko malee ollaa keetti dhugaa hin baʼin
29Ati, “Waanuma inni na godhe anis isa nan godha;
30Ani lafa qotiisaa nama dhibaaʼaa keessa baʼee,
31qoraattiin lafa hunda guuteera;
32Ani argeen waan sana qalbeeffadhe;
33hirriba xinnaa; mugaatii xinnaa;
34hiyyummaanis akkuma hattuutti,