We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Fakkeenya 25

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Fakkeenya 24 Fakkeenya Fakkeenya 26 →

1Fakkeenyawwan kunneen fakkeenyawwan Solomoon kanneen namoonni Hisqiyaas, mooticha Yihuudaa garagalchanii dha:

2Waa dhoksuun Waaqaaf ulfina isaa ti;

3Akkuma samiiwwan ol dheeratanii

4Meetii irraa xurii baasi;

5Nama hamaa fuula mootii duraa balleessi;

6Fuula mootii duratti ol of hin qabin;

7inni fuula namoota bebeekamoo duratti si salphisuu irra,

8daftee mana murtiitti hin fidin;

9Dhimma kee ollaa kee wajjin falmadhu;

10yoo kanaa achii namni waan sana dhagaʼee si qaanessa;

11Dubbiin yeroo isaatti dubbatame,

12Ifanni nama ogeessaa gurra dhaggeeffatuuf,

13Ergamaan amanamaan tokko warra isa ergataniif

14Namni kennaa namaaf hin kennineen boonu tokko

15Obsaan bulchaa tokko garaa laafifachuun ni dandaʼama;

16Damma yoo argatte hamma si gaʼu nyaadhu;

17Mana ollaa keetii dhaquu hin baayʼisin;

18Namni sobaan ollaa isaatti dhugaa baʼu, akkuma bokkuu yookaan

19Nama hin amanamne tokko yeroo rakkootti abdachuun

20Nama garaan isaa gaddeef sirba sirbuun

21Yoo diinni kee beelaʼe waan inni nyaatu kenniif;

22Kana gochuu keetiin barbadaa ibiddaa mataa isaa irra tuulta;

23Akkuma bubbeen kaabaa bokkaa fidu,

24Niitii nyakkiftuu wajjin mana tokko keessa jiraachuu mannaa,

25Oduun gaariin biyya fagootii dhufu,

26Namni qajeelaan fuula hamootaa duratti kufu,

27Damma baayʼee nyaachuun gaarii miti;

28Namni of hin qabne,

← Fakkeenya 24 Fakkeenya Fakkeenya 26 →