We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Hooseʼaa 13

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Hooseʼaa 12 Hooseʼaa Hooseʼaa 14 →

1Yeroo Efreem dubbatetti namoonni ni hollatan;

2Isaan ammas itti deddeebiʼanii cubbuu hojjetu;

3Kanaafuu isaan akkuma hurrii ganamaa,

4“Ani garuu yeroo ati Gibxii baatee jalqabee

5Ani gammoojjii keessatti,

6Yeroo ani isaan sooretti ni quufan;

7Kanaafuu ani akkuma leencaa isaanitti nan taʼa;

8Ani akkuma amaaketa ilmaan ishee jalaa fudhatamaniitti

9“Yaa Israaʼel, waan ana gargaaraa kee

10Akka si oolchuuf mootiin kee eessa jira?

11Ani aarii kootiin mootii siifan kenne;

12Balleessaan Efreem walitti kuufamee

13Miixuun akkuma dubartii ciniinsuun qabatteetti isatti dhufa;

14“Ani saba kana humna awwaalaa jalaa nan baraara;

15Yoo inni obboloota ofii gidduu jireenya tolaa jiraate iyyuu,

16Sabni Samaariyaa waan Waaqa isaatti fincileef

← Hooseʼaa 12 Hooseʼaa Hooseʼaa 14 →