1Yaa Israaʼel, gara Waaqayyo Waaqa keetiitti deebiʼi.
2Dubbicha fudhadhuutii
3Asoor nu oolchuu hin dandaʼu;
4“Ani gantummaa isaanii nan fayyisa,
5Ani Israaʼelitti akkuma fixeensaa nan taʼa;
6dameen isaa ni guddata.
7Namoonni ammas deebiʼanii gaaddisa isaa jala jiraatu.
8Yaa Efreem, ani kana caalaa waaqota tolfamoo wajjin dhimma maaliin qaba?
9Namni ogeessi eenyu? Inni waan kana ni beeka.