1Efreem bubbee nyaata;
2Waaqayyo waan Yihuudaa himatu qaba;
3Inni gadameessa keessatti koomee obboleessa isaa qabe;
4Inni ergamaa Waaqaa wajjin walʼaansoo qabee moʼate;
5Waaqayyo Waaqa Waan Hunda Dandaʼu,
6Ati garuu Waaqa keetti deebiʼi;
7Daldalaan madaalii sobaa ofi harkaa qabu
8Efreem akkana jedhee boona;
9“Ani Waaqayyo Waaqa kee
10Ani raajotatti dubbadhee
11Giliʼaad hamaadhaa?
12Yaaqoob gara Sooriyaatti baqate;
13Waaqayyo biyya Gibxiitii Israaʼelin baasuuf raajiitti fayyadame;
14Efreem garuu aarii isaa guddicha kakaase;