We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Ermiyaas 9

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Ermiyaas 8 Ermiyaas Ermiyaas 10 →

1Akka ani halkanii guyyaa,

2Ani akkan saba koo dhiisee

3“Isaan soba darbachuuf

4“Michoota keessan irraa of eegaa;

5Michuun michuu gowwoomsa;

6Ati gidduu gowwoomsitootaa jiraatta;

7Kanaafuu Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:

8Arrabni isaanii xiyya nama galaafatuu dha;

9Ani waan kanaaf isaan hin adabuu ree?”

10Ani tulluuwwaniif gadoodee nan booʼa;

11“Ani Yerusaalemin tuullaa waan diigameetii fi

12Ogeessi waan kana hubachuu dandaʼu eenyu? Namni Waaqayyoon qajeelfamee waan kana ibsuu dandaʼu eenyu? Biyyattiin maaliif akkuma gammoojjii namni tokko iyyuu keessa darbuu hin dandeenye tokkootti diigamtee onte?

13Waaqayyo akkana jedhe; “Kun sababii isaan seera koo kan ani fuula isaanii dura kaaʼe sana dhiisaniifii dha; isaan anaaf hin ajajamne yookaan seera koo duukaa hin buune.

14Qooda kanaa mata jabinaan fedhii garaa isaanii duukaa buʼan; akkuma abbootiin isaanii isaan barsiisanittis Baʼaal duukaa buʼan.”

15Kanaafuu Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu, Waaqni Israaʼel akkana jedha: “Kunoo, ani akka sabni kun nyaata hadhaaʼaa nyaatuu fi akka inni bishaan summaaʼaa dhugu nan godha.

16Ani saboota isaan yookaan abbootiin isaanii hin beekin keessa isaan nan bittinneessa; ani hamman lafa irraa isaan barbadeessuttis goraadeedhaan isaan nan ariʼa.”

17Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:

18Isaan dafanii dhufanii

19Sagaleen booʼichaa kan,

20Yaa dubartoota, egaa dubbii Waaqayyoo dhagaʼaa;

21Duuti foddaa keenyaan ol lixeera;

22Ati akkana jedhi: “Waaqayyo akkana jedha:

23Waaqayyo akkana jedha:

24namni boonu garuu,

25Waaqayyo akkana jedha; “Barri ani itti warra foon isaanii qofaan dhagna qabaman hunda adabu ni dhufa; isaanis:

26Gibxi, Yihuudaa, Edoom, Amoon, Moʼaabii fi warra gammoojjii keessa iddoo fagoo jiraatan hunda. Saboonni kunneen hundi dhugumaan dhagna hin qabamne; garaan mana Israaʼel hundaa iyyuu dhagna hin qabamne.”

← Ermiyaas 8 Ermiyaas Ermiyaas 10 →