We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Ermiyaas 8

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Ermiyaas 7 Ermiyaas Ermiyaas 9 →

1“ ‘Bara sana lafeen moototaatii fi qondaaltota Yihuudaa, lafeen lubootaatii fi raajotaa, lafeen namoota Yerusaalem awwaala isaanii keessaa ni baafama’ jedha Waaqayyo.

2‘Isaan fuula aduu fi jiʼaa duratti, fuula guutummaa urjiiwwan samii hundaa, kanneen jaallatanii fi tajaajilanii, kanneen faana buʼanii gorsa gaafatanii fi waaqeffatan sanaa duratti ni saaxilamu. Isaan akkuma kosii lafatti gatamee taʼan malee walitti hin qabaman yookaan hin awwaalaman.

3Hambaan saba hamaa kanaa hundi lafa ani itti isaan ariʼu hundatti jireenya irra duʼa filata’ jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu.

4“Ati akkana isaaniin jedhi; ‘Waaqayyo akkana jedha:

5Yoos sabni kun maaliif karaa irraa jalʼata?

6Ani qalbeeffadhee dhaggeeffadheera;

7Huummoon samii keessaa iyyuu

8“ ‘Isin akkamitti, “Nu seera Waaqayyoo

9Namoonni ogeeyyiin ni qaaneffamu;

10Kanaafuu ani niitota isaanii namoota biraatiif,

11Isaan madaa saba kootii,

12Isaan amala isaanii jibbisiisaa sanatti ni qaanaʼuu?

13“ ‘Ani guutumaan guutuutti isaan nan balleessa;

14Nu maaliif as teenya?

15Nu nagaa abdanne;

16Daan keessaa korrisuu fardeen diinaatu dhagaʼama;

17“Ani kunoo bofa hadhaa qabu,

18Yaa isa gadda keessatti na Jajjabeessitu,

19Kunoo, iyyi saba kootii

20“Yeroon itti midhaan galfamu darbeera;

21Sabni koo waan miidhameef anis miidhameera;

22Qorichi dibatan Giliʼaad keessa hin jiruu?

← Ermiyaas 7 Ermiyaas Ermiyaas 9 →