1Dubbiin Waaqayyo karaa Ermiyaas raajichaatiin waaʼee Baabilonii fi waaʼee biyya Baabilonotaa dubbate kanaa dha:
2“Saboota gidduutti lallabaatii labsaa;
3Sabni Kaabaa dhufu tokko ishee lolee
4“Bara sana keessa, yeroo sanatti,
5“Isaan karaa gara Xiyoon geessu ni gaafatu;
6“Sabni koo hoolota badan taʼaniiru;
7Kan isaan argu hundi isaan liqimse;
8“Baabilonii baqadhaa baʼaa;
9Ani biyya kaabaatii garee saboota gurguddaa kaasee
10Baabilonis ni saamamti;
11“Isin warri handhuuraa koo saamtan
12haati keessan akka malee qaanofti;
13Isheen sababii dheekkamsa Waaqayyootiif guutumaan guutuutti
14“Isin warri iddaa luqqifattan hundinuu,
15Karaa hundaan isheetti iyyaa!
16Nama sanyii facaasuu fi kan yeroo midhaan haamamutti
17“Israaʼel hoolaa bittinnaaʼee dha;
18Kanaafuu Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu, Waaqni Israaʼel akkana jedha:
19Israaʼelin garuu lafa tika isaatti nan deebisa;
20Bara sana keessa, yeroo sanatti,
21“Biyya Meraataayimii fi
22Sagaleen waraanaa,
23Burruusni guutummaa lafaa akkamitti cabe!
24Yaa Baabilon, ani kiyyoo siif diriirseera;
25Waaqayyo mankuusaa miʼa lolaa isaa banee
26Biyya fagootii isheetti kottaa.
27Korommii ishee hunda qalaa;
28Akka Waaqayyo Waaqni keenya haaloo baʼe,
29“Namoota Xiyyaan lolan
30Kanaafuu dargaggoonni ishee karaa irratti dhumu;
31“Yaa koortuu nana, kunoo ani sitti kaʼeera”
32Koortuun sun gufattee lafa dhoofti;
33Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:
34Taʼu illee Furaan isaanii jabaa dha;
35“Goraadeen tokko Baabilonotatti dhufe!”
36Goraadeen raajota ishee sobdootatti, dhufeera!
37Goraadeen fardeenii fi gaariiwwan isheetti,
38Caamsaan bishaan isheetti ni dhufa!
39“Kanaafuu uumamawwan gammoojjiitii fi waraabeyyiin achi jiraatu;
40Akkuma Waaqni Sodoomii fi Gomoraa,
41“Kunoo! Gareen loltootaa tokko kaaba irraa dhufaa jira;
42Isaan xiyyaa fi eeboo qabataniiru;
43Mootiin Baabilon oduu waaʼee isaanii dhagaʼe;
44Ani akkuma leenca bosona Yordaanosii baʼee
45Kanaafuu waan Waaqayyo Baabilonitti karoorfate,
46Waca qabamuu Baabiloniitiin lafti ni raafamti;