We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Ermiyaas 49

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Ermiyaas 48 Ermiyaas Ermiyaas 50 →

1Waaʼee Amoonotaa:

2Garuu barri ani itti Rabbaa Amoonotaatti

3“Yaa Heshboon wawwaadhu, Aayi barbadoofteertii!

4Ati maaliif sulula keetiin boonta?

5Ani warra naannoo kee jiraatan hunda irraa

6“Taʼu illee ani ergasii hambaawwan Amoonotaa deebisee nan dhaaba”

7Waaʼee Edoom:

8Warri Deedaan keessa jiraattan garagalaa,

9Warri gumaa wayinii guuran utuu gara kee dhufanii silaa

10Ani garuu Esaawun qullaa nan hambisa;

11‘Daaʼimman kee kanneen warra hin qabne dhiisi; anatu isaan jiraachisaatii.

12Waaqayyo akkana jedha: “Yoo warri xoofoo dhuguun isaaniif hin malin ishee dhuguu qabaatan, ati maaliif utuu hin adabamin hafta ree? Ati ishee dhuguu qabda malee utuu hin adabamin hin haftu.

13Ani akka Bozraan diigamtee waan sodaa, waan fafaatii fi waan abaarsaa taatu maqaa kootiin nan kakadha” jedha Waaqayyo. “Magaalaawwan ishee hundis bara baraan ni diigamu.”

14Ani ergaa tokko Waaqayyo irraa dhagaʼeera:

15“Ani amma saboota gidduutti sin xinneessa;

16Ati kan hallayyaa kattaa irra jiraattee

17“Edoom waan sodaa taati;

18Isheen akkuma Sodoomii fi Gomoraan

19“Ani akkuma leenca bosona Yordaanosii baʼee

20Kanaafuu waan Waaqayyo Edoomitti karoorfate,

21Sagalee kufaatii isaaniitiin lafti ni raafamti;

22Ilaa! Risaan tokkoo Bozraa irratti qoochoo balʼisee

23Waaʼee Damaasqoo:

24Damaasqoon dadhabdeerti;

25Magaalaan beekamaan,

26Dhugumaan dargaggoonni ishee karaa irratti dhumu;

27“Ani dallaawwan Damaasqootti ibidda nan qabsiisa;

28Waaʼee Qeedaariitii fi waaʼee mootummoota Haazoor kanneen Nebukadnezar mootiin Baabilon lole sanaa:

29Dunkaanonni isaaniitii fi bushaayeen isaanii ni fudhatamu;

30“Isin warri Haazoor keessa jiraattan dafaa baqadhaa!

31“Kaʼaatii saba nagaa qabu kan of amanatee jiraatu

32“Gaalawwan isaanii ni hatamu,

33“Haazoor iddoo jireenyaa waangoo,

34Jalqaba bara mootummaa Zedeqiyaa mooticha Yihuudaa keessa dubbiin Waaqayyoo waaʼee Eelaam akkana jedhee gara Ermiyaas raajichaa dhufe:

35Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:

36Ani kutaalee samiiwwanii afran irraa

37Ani fuula diinota isaanii,

38“Ani teessoo koo Eelaam keessa dhaabbadhee

39“Taʼu illee ani bara dhufuuf jiru keessa

← Ermiyaas 48 Ermiyaas Ermiyaas 50 →