We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Ermiyaas 48

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Ermiyaas 47 Ermiyaas Ermiyaas 49 →

1Waaʼee Moʼaab:

2Moʼaab siʼachi hin jajamtu;

3Iyya Hooronaayimii dhufu,

4Moʼaab ni cabdi;

5Isaan akka malee booʼaa,

6Baqadhaa! Lubbuu keessan baafadhaa;

7Isin waan hojii keessanii fi qabeenya keessan amanattaniif,

8Balleessituun sun magaalaa hundatti ni dhufa;

9Moʼaabitti soogidda firfirsi;

10“Namni garaa hirʼuudhaan hojii Waaqayyoo hojjetu abaaramaa haa taʼu!

11“Moʼaab akkuma daadhii wayinii kan siicoo isaa irratti hafe

12Garuu barri ani itti namoota okkotee keessaa dhangalaasan ergu tokko ni dhufa.

13“Yoos akkuma manni Israaʼel

14“Isin akkamiin ‘Nu gootota;

15Moʼaab ni barbadoofti; magaalaawwan ishees ni qabatamu;

16“Kufaatiin Moʼaab gaʼeera;

17Warri naannoo ishee jiraatan hundi,

18“Yaa jiraattuu Diiboon,

19Ati kan Aroʼeer keessa jiraattu,

20Moʼaab waan diigamteef qaanofteerti.

21Murtiin dirree ol kaʼaatti:

22Diiboonitti, Neboo fi Beet Diblaataayimitti,

23Kiriyaataayimitti, Beet Gaamulii fi Beet Meʼoonitti,

24Keriiyoottii fi Bozraatti,

25Gaanfi Moʼaab irraa murameera;

26“Waan isheen Waaqayyotti koorteef

27Israaʼel si duratti waan qoosaa hin turree?

28Isin warri Moʼaab keessa jiraattan,

29“Nu waaʼee of tuulummaa Moʼaab

30Ani addaggummaa Moʼaab beeka; garuu faayidaa hin qabaatu” jedha Waaqayyo;

31Kanaafuu ani Moʼaabiif nan wawwaadha;

32Yaa muka wayinii Sibimaa,

33Lafa biqiltuutii fi lafa qotiisaa

34“Sababii bishaan Niimriim gogeef,

35Ani warra iddoowwan sagadaa kanneen gaarran irraatti

36“Kanaafuu garaan koo akkuma ulullee faarsee Moʼaabiif booʼa;

37Mataan hundinuu haadamee

38Waan ani akkuma okkotee namni tokko iyyuu hin feeneetti

39“Isheen akkam akkas caccabde! Isaan akkam akkas wawwaatu!

40Waaqayyo akkana jedha:

41Keriiyooti ni qabamti;

42Moʼaab sababii Waaqayyoon tuffatteef

43Yaa saba Moʼaab sodaan,

44“Namni sodaa sana duraa baqatu

45“Baqattoonni waan taʼan dhabanii

46Yaa Moʼaab siif wayyoo!

47“Taʼu illee ani bara dhufuuf jiru keessa

← Ermiyaas 47 Ermiyaas Ermiyaas 49 →