1Waaqayyo akkana jedha:
2Ani akka isaan gingilchanii ishee balleessaniif
3Abbaan xiyyaa iddaa isaa hin aggaamin,
4Isaan qalamanii Baabilon keessa ni harcaafamu;
5Yoo biyyi isaanii fuula Qulqullicha Israaʼel duratti
6“Baabilon keessaa baqadhaa!
7Baabilon harka Waaqayyoo keessatti xoofoo warqee turte;
8Baabilon akkuma tasaa
9“ ‘Nu Baabilonin fayyisu yaalleerra;
10“ ‘Waaqayyo qajeelummaa keenya dhugaa nuu baʼeera;
11“Xiyya qaradhaa;
12Dallaa Baabilonitti faajjii kaasaa!
13Ati kan bishaan baayʼee qabdu,
14Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu ofiin kakateera:
15“Inni humna isaatiin lafa uume;
16Yommuu inni qaqawweessaʼutti bishaanonni samii ni huursu;
17“Tokkoon tokkoon namaa gowwaa fi kan beekumsa hin qabnee dha;
18Isaan faayidaa hin qaban; meeshaa qoosaa ti;
19Inni qooda Yaaqoob taʼe sun garuu akka warra kanaa miti;
20“Ati bokkuu koo kan duulaa
21Ani siin fardaa fi yaabbataa fardaa nan caccabsa;
22ani siin dhiiraa dubartoota nan caccabsa;
23ani siin tiksee fi bushaayee nan caccabsa;
24“Ani utuma iji keessan arguu waan isaan Xiyoon godhan hundaaf Baabilonii fi warra Baabilon keessa jiraatan hundaaf gatii isaanii nan kenna” jedha Waaqayyo.
25“Yaa tulluu barbadeessaa,
26“Waan ati bara baraan ontuuf,
27“Biyyattii keessatti faajjii ol qabaa!
28Ishee waraanuudhaaf saboota jechuunis,
29Sababii wanni Waaqayyo
30Gootonni Baabilon lola dhiisaniiru;
31Akka magaalaan isaa moggaa hamma moggaatti qabamte
32kunis akka malkaan qabame,
33Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu, Waaqni Israaʼel akkana jedha:
34“Nebukadnezar mootiin Baabilon na nyaateera;
35Jiraattonni Xiyoon,
36Kanaafuu Waaqayyo akkana jedha:
37Baabilon tuullaa diigame,
38Sabni ishee hundi akka saafela leencaa ni aada;
39Yommuu dhagni isaanii hoʼutti,
40“Ani akka ilmoolee hoolaa,
41“Sheeshaak akkamitti boojiʼamti!
42Baabilon irra galaanni garagala;
43Magaalaawwan ishee onanii
44Ani Baabilon keessatti Beelin nan adaba;
45“Yaa saba ko, ishee keessaa baʼaa!
46Yeroo oduun biyya keessatti dhagaʼamutti
47Yeroon ani itti waaqota Baabilon tolfamoo adabu
48Ergasii samii fi lafti, wanni isaan keessa jiru hundis,
49“Akkuma qalamtoonni lafa irraa hundi
50Isin warri goraadee jalaa miliqxan,
51“Sababii ormoonni iddoo qulqullaaʼaa
52“Garuu barri ani itti,
53“Yoo Baabilon samiitti ol baatee
54“Baabilonii iyyi,
55Waaqayyos Baabilonin ni barbadeessa;
56Barbadeessaan tokko Baabilonitti ni dhufa;
57Ani qondaaltotaa fi ogeeyyii ishee,
58Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha;
59Yeroo Seraayaan ilmi Neeriyaa, ilmi Mahiseyaa bara Zedeqiyaa mooticha Yihuudaa keessa waggaa afuraffaatti mooticha wajjin gara Baabilon deemetti ajajni Ermiyaas Raajichi isaaf kenne kanaa dha.
60Ermiyaas badiisa Baabilonitti dhufu hunda, jechuunis waaʼee Baabilon kan barreeffame hunda kitaaba maramaa irratti barreessee ture.
61Innis Seraayaadhaan akkana jedhe; “Yommuu Baabilon geessutti dubbii kana hunda sagalee ol fudhattee dubbisuu hin dagatin.
62Akkanas jedhi: ‘Yaa Waaqayyo, akka namni yookaan horiin ishee keessa hin jiraanneef ati akka iddoo kana barbadeessitu dubbatteerta; isheenis bara baraan ni onti.’
63Yeroo kitaaba maramaa kana dubbiftee fixxutti dhagaa itti hidhiitii Laga Efraaxiisitti darbadhu.
64Akkanas jedhi; ‘Sababii badiisa ani isheetti fiduutiin akka lammata hin kaaneef Baabilon akkasitti ni liqimfamti. Uummanni ishees ni harcaʼa.’ ”