We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Ermiyaas 12

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Ermiyaas 11 Ermiyaas Ermiyaas 13 →

1Yaa Waaqayyo yommuu ani iyyata koo fuula kee duratti dhiʼeeffadhutti

2Ati isaan dhaabde; isaanis hidda gad fageeffataniiru;

3Taʼus yaa Waaqayyo ati na beekta;

4Biyyattiin hamma yoomiitti boossee

5“Ati namoota lafoo wajjin fiigdee erga

6Obboloonni kee, maatiin abbaa keetii,

7“Ani mana koo dhiiseera;

8Handhuuraan koo

9Handhuuraan koo akka allaattii burree

10Tiksoonni hedduun

11Isaan isa onsu;

12Lafa ol kaʼaa qullaa gammoojjii

13Isaan qamadii facaasu garuu qoraatii haammatu;

14Waaqayyo akkana jedha; “Ani olloota koo hamoo kanneen handhuuraa ani saba koo Israaʼeliif kenne qabatan hunda biyya isaanii keessaa nan buqqisa; mana Yihuudaas isaan gidduudhaa nan buqqisa.

15Ani ergan isaan buqqisee booddee deebiʼee naʼeefii tokkoo tokkoo isaanii gara handhuuraa isaaniitii fi gara biyya ofii isaaniitti nan deebisa.

16Yoo isaan haala jireenya saba koo akka gaarii baratanii akkuma duraan saba koo Baʼaaliin kakachuu barsiisan sana, ‘Dhugaa Waaqayyo jiraataa’ jechuudhaan maqaa kootiin kakatan, isaan saba koo gidduutti ni hundeeffamu.

17Garuu yoo sabni kam iyyuu naa ajajamuu dide, ani guutumaan guutuutti isa nan buqqisa; nan balleessas” jedha Waaqayyo.

← Ermiyaas 11 Ermiyaas Ermiyaas 13 →