1Ani iddoo koo dhaabadhee
2Ergasii Waaqayyo akkana jedhee deebii kenne:
3Mulʼanni kun yeroo murtaaʼe tokko eeggataatii;
4“Kunoo inni of bokokseera;
5dhugumaan inni daadhii wayiniitiin ni gowwoomfama;
6“Isaan hundi isa tuffatanii itti kolfaa,
7Warri liqii sirraa qaban akkuma tasaa sitti hin kaʼanii?
8Sababii ati saba hedduu saamteef
9“Nama buʼaa hin malleen mana ijaarratu
10Ati lubbuu nama baayʼee galaafachuudhaaf,
11Dhagaawwan keenyan keessaa iyyu;
12“Nama dhiiga dhangalaasuudhaan magaalaa ijaaruuf,
13Akka dadhabbiin namaa akkuma qoraan ibiddaa taʼe,
14Akkuma bishaan galaana guutu sana
15“Nama qullaa dhagna ollaa isaa ilaaluuf jedhee
16Ati qooda ulfinaa qaaniidhaan guutamta.
17Fincilli ati Libaanoonitti hojjete si liqimsa;
18“Waaqni tolfamaan ogeessa harkaatiin soofamu
19Nama mukaan, ‘Dammaqi!’
20Waaqayyo garuu mana qulqullummaa isaa qulqulluu sana keessa jira;